በልደታ ክፍለ ከተማ ወረዳ 03 መተባበር አንደኛ እና መካከለኛ ደረጃ ት/ቤት በቀን 08/08/2017 ዓ ም ለመምህራንና አስተዳደር ሰራተኞች በልዩ ፍላጎትና አካቶ ት/ት ዙሪያ በልዩ ፍላጐት ባለሙያና መምህር ስልጠና ተሰጠ።
Mana Barumsaa Mattabaabar sad.1ffaatti B/sotaa fi H/Bulchiinsaatiif guyyaa har’aa jechuun gaafa guyyaa 08/08/2017A.L.I haala ittiin barattoota fedhii addaa qaban daree walmakaa keessatti barsiisan irratti leenjiin ogeessa fedhii addaatiin kenname.


.