ቀን 05/03/2018ዓ.ም በመተባበር አንደኛና መካከለኛ ደረጃ ት/ቤት በዛሬው ቀን 20ኛው የብሔር ብሔረሰቦችና ሕዝቦች ቀን "ዲሞክራዊ መግባባት ለህብረ ብሄራዊ አንድነት"በሚል መሪ ቃል በተለያዩ ዝግጅቶች በድምቀት ተከበረ፡፡
Sadaasa 05,2018A.L.E Mana Barumsaa Mattabaabar sadarkaa 1ffaa fi gidduugaleessaatti mata duree“Waliigaltee dimookiratawaa tokkummaa sabdaneessuumaatiif”jedhuun qophiigaraagaraatiin haala ho’aa ta’een kabajameera.



.